Monthly Archives: January 2012

Ibsa Ijjannoo Barattoota Oromoo miseensa OPDO Yunivaristii Finfinnee

Ibsa Ijjannoo Barattoota Oromoo miseensa OPDO Yunivaristii Finfinnee Nuti  barattootni  Oromoo Yunivaristii Finfinnee miseensota OPDO turre, ogummaa baranneen kallattii sagantaa siyaasa OPDOtin, haaluma heera mootummaarratti lafa kaayameen mirga fi fedhii ummata Oromoo kabachiisuu fi tiksuudhaan  hojiirra oolchina hubannoo jedhuun dhaabbata … Continue reading

Posted in Uncategorized | 1 Comment

Wayyaaneen Naannoo Oromiyaa fi Maqaa Oromiyaa jedhu Balleessuuf Deemti.

Wayyaaneen Naannoo Oromiyaa fi Maqaa Oromiyaa jedhu Balleessuuf Deemti. Keessa Beekaa Irraa Wayyaaneen har’as ta’u kaleessa, Ummatootaaf dhaabbattee hin beektu. Wayyaaneen gammoojjii Daddabiit keessatti dhalatte, gonkumaa Sagantaa mataa ishee qabaattee hin beektu. Qabaachuus hin dandeessu. Namoonni hedduun wayyaaneen waan hundaa … Continue reading

Posted in Uncategorized | Leave a comment

Magaala Shashammannee fi Shiraaroo Jidduutti Daandiin Silkii Cirame. Wallaggattis Ergamaan Diinaa Tokko Irreee Qeerroon Adabame

Amajjii 31,202 Finfinnee. Godina Arsiitti Sarara shiboo bilbilaa daandii Magaala Shaashamannee irraa gara Shiraaroo fi Arbaminci geessuu irratti humna hin beekamiinin tarkaanfiin fudhatamee bilbilli addaan citee jiraachuu Qeerroon naannicha irraa gabaasa. Kun kan ta’e Amajjii 28, 2012 yoo ta’u ummanni … Continue reading

Posted in Uncategorized | Leave a comment

Godina Showaa Aaana Gindebert FDG Itti Jabaatee Jiraachuu Gabaafame

Godina dhiha Shawaatti Aanaa Gindabarat, Mana Baruumsaa sad. 2ffaa Gulluccee jedhamutti kaleessa (26/1/2012) fincilli diiddaa gabrummaa eegale ture. Barattootni Mana baruumsaa kana har’a fincila isaanii cimsanii itti fufudhaan gutummaan guututti baruumsa dhaabaniiru; rakkoon kun akka gara biraatti hin baballanneef jecha … Continue reading

Posted in Uncategorized | Leave a comment

Barruuleen Warraaqsaa Magaalota Oromoo Hedduu Keessatti Tamsa’e. Diddaan Barattootaas Itti Fufe.

Gabaasa Qeerroo Finfinnee,Amajjii 26,2012 Barruuleen waamicha Waarraaqsaa Oromiyaa bakkoota hedduutti faca’uu gabaasi qeerroo nu gahe addeessa. Keessattuu naannoon baldhinaan faca’aa jiru keessaa Oromiyaa Gidduu galeessa,Wallaggaa lixaa,Godina Horroo Guduruu Wallagga,Gibii, Dambi Dolloo,Shaashimannee,Jimmaa,Adaamaa  fi Amboo,Gudarii fi Xiqur Incinnii,Bishooftuu,Wancii, Harge Dirree Daawaa,Galamsoo fi bakkoota … Continue reading

Posted in Uncategorized | Leave a comment

ነፃነት፣ ሉኣላዊነትና ዲሞክራሲ አሁንም ያሻንፋል!!!

የኦሮሞ ህዝብ አብዮት  አስተባባሪ ጉባኤ (ኦህአአጉ) ብሔራዊ  የወጣቶች ንቅናቄ   ለነፃነትና  ለድሞክራሲ (ቄሮ)                               ነፃነት፣ ሉኣላዊነትና ዲሞክራሲ አሁንም ያሻንፋል!!! የትግል ጥሪ የኦሮሞ ህዝብ የነፃነት ትግል በኦሮሞ ህዝብ … Continue reading

Posted in Uncategorized | Leave a comment

Barruuleen Warraaqsaa Oromiyaa Bakkoota Adda Addaatti Raabsaman.Ummanni Oromoos Irraa Gammade.

More –  Barruulee Warraaqsaa

Posted in Uncategorized | Leave a comment

Ibsa ABO Amajjii 23,bara 2012

Waamichi warraaqsaa Kora Qindeessaa Warraaqsa Ummata Oromoo fi Sochii Dargaggoota Biyyoolessaa Bilisummaa fi Demokraasiif (Qeerroo)dhaan Taasifame Ummata Oromoo Bal’aa fi Ummatoota Biyyattii Hundumaan Deeggramuu Qaba Ibsa ABO Amajjii 23, 2012  

Posted in Uncategorized | 2 Comments

Finfinneetti Barruuleen Qeerroo fi Yaamichi FDG Faca’an.

(Qeerroo, Finfinnee, 23 Amajjii 2012) Diddaa fi fincilli Qeerroo biyya keessatti haalaan jabaatee itti fufee jira; Amajjii 22,2012 University Finfinnee keessatti Barruuleen Qeerroo fi yaamichi FDG Faca’anii jiru. Haala diddaa fi fincila ummataa kana to’achuuf wayyaaneen karaa hundaan duula gochaa … Continue reading

More Galleries | Leave a comment

Akka Qeerroon gabaasetti, Wayyaaneen labsa gamtaa Qeerroo fi OPUCC facaase arguun barattooti University Ambo akka Mooraa gadhiisanii maatii isaaniitti galan taasise.

(Qeerroo, Amboo, Amajjii 23, 2012) Baratoonnii Mooraa University Amboo waggaa 2ffaa fi isaa Ol baratan humnaan dirqiisifamanii mooraa gadhiisanii akkaa bahaan taasifaman. Haala kanaan horii qabattanis qabaachuu baatanis baajanni baatii tokkoof ittin isiin tursifnuu waan gara sportitti naanna’eef gara matii … Continue reading

Posted in Uncategorized | Leave a comment