Sochiin Warraaqsa Ummata Oromoo tarkaanfii gurguddootti ce’uu eegale!

Godina Lixa Shawaa Aanaa Dandiitti daandii konkolaataa magaala Gincii irraa gara Jalduu fi Gindabarat deemu Har’a Gurraandhala 9, 2012 sa’aatii 3:30 PM tti ummanni sababaa “Konkolaataan warra investarootaa daaraa nutti bubbisuudhaan qe’ee fi midhaan nu jalaa balleessaa jira” jedhuun daandii kana  cufeera. Hanga sa’aa kanaattis akkuma cufametti jira. Kanumaan walqabatee poolisiin Bul/aanaa Dandii konkolaataa sadiin fiiganii dhaquudhaan yeroo ammaa kana ummata achii humnaan bittinsuuf yaalaa jiru. Walitti bu’iinsa poolisii waliin godhameen namoota sadi humnaan qabamanii gara magaalaa Finfinneetti geeffamanii jiru . Sochiin kun itti fufee  ummanni  gara manaatti deebi’uu didudhaan karaarra dhaabbachaa jiraachuu Sagliin Amboo  gabaaseera.

This entry was posted in Uncategorized. Bookmark the permalink.

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s