Barattootii fi Hojjettooti Yunibarsitii Jimmaa Hojii fi Barnoota Irraa Arhaman

Warraaqsa Oromiyaa keessatti eegalame dura dhaabbachuu fi waan dandayeen irratti duuluu akka isaaf malutti mootummaan Wayyaanee aangoo qabu maraan fayyadamee Oromoota hidhuu hojii irraa ari’uu itti fufee jira.University Jimmaa keessatti diddaa barattooti Oromoo hanga ammaa deemsisaa jiran danquuf jecha guyyaa har’aa Oromoota  tarree armaa gadiin jiru hojii fi barnoota irraa arhanii jiru.

Barattoota fi hojjattoota Yunivaristii Jimmaa irraa hidhaman guutummaa isaaf as tuqa. Barattoota fi hojjattoota Yunivaristii Jimmaa irraa Gurraandhala 17,2011 arhaman


 

This entry was posted in Uncategorized. Bookmark the permalink.

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s