Warraaqsa Eegaleen Wal Qabatee Alaabaan ABO Magaalota Oromiyaa Keessatti Balali’uu Eegalte.

Gootonni barattooti Oromoo fi ummanni Oromoo warraaqsa yeroo ammaa qabatee jiru degeruun bakkoota adda addaatti FDG kaasuun mootummaa Wayyaaneen dura dhaabbatanii jiru,addatti barattooti Oromoo waraanaa fi humna poolisa Wayyaaneef osoo hin jilbeefatiin qooda qabsoo Oromoof gumaachaa jiran seenaa keessatti kan dagatamu miti,hidhaa,reebicha,ariisaa fi rakkoo jireenyaa kana hundaan osoo hin dorsifamiin jagnummaan diina dura dhaabbachuun mirga Oromoof falmaa isaan godhaa jiran waan laayyoo miti.

Haala kanaan Gurraandhala 16,2012 irraa kaasee mootummaan wayyaanee baratoota Oromoo sobaan yakkuun,alaabaa ABO magaalota Oromiyaa adda addaa keessatti maxxansitaniittu jechuun yakkaa jira, kanneen kunis..Sababaa Warraaqsaa Oromiyaa Keessatti Qabateen Sabboontota Hidhaman

This entry was posted in Uncategorized. Bookmark the permalink.

One Response to Warraaqsa Eegaleen Wal Qabatee Alaabaan ABO Magaalota Oromiyaa Keessatti Balali’uu Eegalte.

  1. bilisuma oromottiif murtesaan umattaa oromottii ammaas kana calaati umani oromo tokkumaaf sabonumaa isaa cimsuudha hajabanuu isiniis jabadhaa jajabbadhaa isiniin jana

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s