Magaalota Oromiyaa Adda Addaa Keessatti Alaabaan ABO Mirmirfame.

Sochiin KQWUO fi Qeerroo jabinaan itti fufuu irraan baadiyaa Oromiyaa irraa hamma magaalaatti ummata Oromoo if cinaatti hiriirsuun fincila diddaa gabrummaa itti fufee jira.Sochii kana dhaamsuuf Wayyaaneen human Waraanaa kumaatamaan magaalotaa fi bakkoota buufata keellaa qabdu maratti bobbaaftee jiraattu iyyuu diddaan itti fufee magaalota hedduu keessatti alaabaan fannifamuu fi ummannis gammachuu isaa ibsachuu itti fufee jira.

Haala kanaan suuraalee fi vidiyoon  KQWUOn waraabaman caasaa maraan waan faca’uuf jecha  ammatti kan humni blog keenyaa nuu dhaqabsiise suuraalee magaalotaa as irratti qabannee dhihaannee jirra. 

Gadaan Gadaa Bilisummaati!

Gallery | This entry was posted in Uncategorized. Bookmark the permalink.

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s