Sabboontoti Oromoo Alaabaan ABO Oromiyaa Keessatti Fannisuu Itti fufan

Magaalota Oromiyaa keessatti torbaan kana alaabaan ABO bakkoota ijoo ijoo ta’anitti fannifamaa ture,ammos diddaan ummataa akka jabaataa deemeen Wayyaanonni humna milishaa waan jabeessaa deemaniif ummanni Oromoo diddaa isaa jabeessuu fi itti fufuu isaa kan mirkaneessu alaabaa magaalotaa fi bakkoota buufata ummataatti guyyaa saafaa fannisuun qabsoo isaa itti fufee jira. 

Haala kanaan Gurrandhala 27,2012 itti fufuun bakkoota adda addaatti alaabaan Oromoo ibsituu dukkanaa fannifamuun ummata Oromoo gammachuu fi abdii itti horee jira.

 

This entry was posted in Uncategorized. Bookmark the permalink.

One Response to Sabboontoti Oromoo Alaabaan ABO Oromiyaa Keessatti Fannisuu Itti fufan

  1. sochiin qeroo halaan baredadhaa

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s